Große Auswahl an günstigen Büchern
Schnelle Lieferung per Post und DHL

Bücher veröffentlicht von Primedia E-launch LLC

Filter
Filter
Ordnen nachSortieren Beliebt
  • von Trymore Magomana
    17,00 €

  • von Sonia Nahbila Moonen
    19,00 - 26,00 €

  • - Imala Obsa Fixachiisaa fi Hegeree Abdachiisaa
    von Nesru Hassen
    26,00 €

    Siyaasa Oromoo is about Oromo politics and history. It covers major issues in Oromo history and politics. It is about how and why Oromo nation fell under various tyrannical regimes for over a century. The book also emphasizes on the role unity, organization and leadership played in the success Oromo achieved in the past and its role to sustain the gains made.The book is written in Afan Oromo (Oromo language). This is primarily to improve Qubee Generation's understanding of Oromo politics and history. To create knowledgeable and well-informed generation, this book has a lot to offer.*** Afaan Oromoo***Mooraa Oromoo keessatti siyaasni mataduree waan hedduu ta'us, hanqinni bilchinnaa fi hubannoo siyaasaa jiraachuun isaa bifa garagaraatiin mul'ataa tureera. Namni heddu gabaa siyaasaa keessaa qooda fudhachuuf kan yaalu harka duwwaa ykn siyaasa bargoo qabateeti. Haala kana keessatti waan dubbii hin taanetu walnama mormisiisa. Waan qeeqaaf hin malletu walnama ficcisiisa. Dhimma sa'aa tokkotti xumuramuu maletu halkan guutu nama teessisa. Maddi rakkoo, inni ijoon, hir'inna hubannoo siyaasa Oromoo duumesseedha. Hubannoo gayaa qabaachuun siyaasa bilchaataa, abshaalaa fi moo'ataa geggeessuuf murteessaadha. Duruunfatanii fiiguun, miiraan gugatuun, waan qaban harcaasutti yoo hin taanee injifannoo caalutti nama geessuun isaa mamsiisaadha. Ummanni hubannoon maletti dirree siyaasaa seenu farda namootaa ykn daboo hooganootaa ta'a: kan abbaan fedhe yaabbatu ykn meeshaa itti fe'atu. Siyaasni hubannoo gayaan maletti borcaadha. Kan haasayu walhinhubatu. Mariin taasifamu firii hin qabaatu.Yeroo tokko tokko hubannoo fi bilchinna siyaasaa dhabaaf tarsiimoon baafamu walharkatti qabama; yaadni hayyootaa fi hoogganootaa wacaan haguuggama. Ilaalchaa fi tooftaan hayyootaa isa namota miiraan gugataniin butamaa turuun isaa hudhaa qabsoo ta'aa tureera.Kaayyoon kitaaba kanaa hubannoo fi beekumsa ummanni keenya siyaasaa fi seenaa irratti qabu gabbisuu, siyaasa Oromoo siyaasa beekumsa irratti hundaaye taasisuudha. Gama kana dhugoomsuutiin kitaabni kun waan gumaachu heddu qaba. Dubbisaa.

  • von V L Miller
    18,00 €

    In this predictable children's book, Scootle Noodle, can only scoot to move. This animated pasta character appeals to the young child, and the illustrations encourage prediction of what will come next.The emergent reader can follow Scootle Noodle's movements throughout his day. Pairing each illustration with opposites, rhyming, and position words, insure that early reader's experience success from the beginning of this book to it's end.Once students master it's reading, the color coded letters provide the option for teaching word chunks, patterns and suffixes at the next level.

Willkommen bei den Tales Buchfreunden und -freundinnen

Jetzt zum Newsletter anmelden und tolle Angebote und Anregungen für Ihre nächste Lektüre erhalten.